Get Mystery Box with random crypto!

Amantiiእምነት

የቴሌግራም ቻናል አርማ amantiidhan — Amantiiእምነት A
የቴሌግራም ቻናል አርማ amantiidhan — Amantiiእምነት
የሰርጥ አድራሻ: @amantiidhan
ምድቦች: ሃይማኖት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 906

Ratings & Reviews

5.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

3

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2021-06-25 10:11:43 Farfannaa 73÷11-28
WAAQAYYOON QABAACHUUN WAAN HUNDUMAA IRRA CAALUU ISAA BIRA GA'UU

11 Isaan immoo, "Waaqayyo attamitti beekuu danda'a ree? Isa hundumaa gararraa biras waa beekuun jiraa ree?" in jedhu. 12 Ilaa! Jal'oonni warra akkasii ti, yeroo hundumaa of irraa bu'anii in jiraatu, jabaachaas in adeemu.

13 Yoos immoo ani ofumaan garaa koo qulqullinatti eeggachuuf dhama'ee ree? Yakka akkan hin qabne argisiisuufis ofumaan harka koo dhiqadhee ree? 14 Guyyaa guyyaatti dha'ichi anatti bu'eera, ganama ganamas adabamuun na eeggata ture.

15 Utuun, "Akkuma isaanii nan dubbadha" jedheera ta'ee, dhaloota ijoolleen kee keessa jiran biratti amanamuu dhabee, isaanis akka garagaggalan nan godhan ture.

16 Yeroo ani kana hubachuuf jedhee itti yaade immoo, rakkisaa ta'ee anatti argame. 17 Hamma ani mana qulqullummaa Waaqayyootti galee, jarri sun gara dhumaatti maal akka ta'an hubachuu bira ga'etti, na rakkise.

18 Dhuguma iyyuu ati lafa mucucaatu irra isaan in dhaabachiifta, kukkufanii akka caccabanis in goota. 19 Attamitti battalatti badiisi sodaachisaan isaan irra ga'e, attamittis dhidhimanii naasuu guddaadhaan xaph jedhan!

20 Akka wanti abjuudhaan argan yeroo dammaqan dhabamu, akkasumas yaa gooftaa, ati yommuu kaatu, bifa isaanii akka waan hin jirreetti in ilaalta. 21 Yommuu jireenyi anatti hadhaa'e, yeroo onnee na tumates,

22 ani nama gowwaa, nama waa hubachuu hin dandeenye ta'ee, si duratti akkuma horii marga dheeduun ture. 23 Haa ta'u iyyuu malee, ani yeroo hundumaa si biratti nan hafa, atis harka koo mirgaa in qabda;

24 ati gorsa keetiin ana in geggeessita, kana booddees ulfinatti ana in fudhatta. 25 Waaqa irratti si malee eenyuun nan qabaadha ree? Lafa irrattis si malee maalan eeggadha ree?

26 Foon koo, keessi namummaa koos yoo gad dhuman iyyuu, Waaqayyo garaa koo in jajjabeessa, bara baraanis qooda anaaf in ta'a. 27 Kunoo, warri si irraa fagaatan in balleeffamu, warra amanamuu dhiisanii kan biraatti goranis ati in fixxa.

28 Waa'ee koof yoo ta'e garuu, Waaqayyotti dhi'aachuun anaaf gaarii dha; yaa Waaqayyo gooftaa, hojii kee hundumaa himuudhaaf, ani da'oo si godhadheera.

GAMADA YAA WARRA WAAQAYYOOF ADDA BAATANII
1.7K viewsHope, 07:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-06-12 18:28:41 1Yohannis 2÷3-4 3 Abboommii isaa eeguudhaan isa beekuu keenya in hubanna. 4 Namni, "Ani isa beeka" jedhee, abboommii isaa immoo hin eegne sobduu dha, dhugaanis isa keessa hin jiru.1ኛ ዮሐንስ 2
³ ትእዛዛቱንም ብንጠብቅ በዚህ እንዳወቅነው እናውቃለን።
⁴ አውቄዋለሁ የሚል ትእዛዛቱንም የማይጠብቅ ውሸተኛ ነው እውነትም በእርሱ ውስጥ የለም።
1.5K viewsHope, edited  15:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-06-12 18:28:41 NAGGAN WAAQAYYO ISSIINIF HAA TA’U Akkam jirtu jalatamoo hordoftoota channel kana hundi kessan. Yaroo kanatti yada tokko issiinif qabanee dhufnejira. Kunis har’a kasse haala waaqayyo nu gargareen sagalee waaqayyo walif hiruun. Dhugaba'iisaf wantota amantiitti nu guddisan share walif goochudhan wal jajabessina...
1.4K viewsHope, 15:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-05-24 14:15:30 Hundumtu Dhugicha Bekna Jedha.
Garu maliif ittin hinjiratu sababni issa maliif ? karaa kessattin naaf Debisa Obbolewan Channel Kanna
1.8K viewsHope, edited  11:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-03-25 07:27:06 5"#Addunyaan_Garamitti_Deemaa_Jirtii?

1) Biyya Ugaandaa keessatti Macaafa Qulqulluu gubuun mul'achaa jira.

2) Ejjummaan Afrikaa Kibbaatti eeyyamameera; eenyuuyyuu kana booda sababii ejjaatiin nama tokko iyyuu mormuu hin qabu.

3) Biyyootni humna guddaa wajjiin hariiroo uumuu barbaadan hundinuu #hoomoosekshuwaalummaa (hariiroo wal qunnamtii saalaa kan saala wal fakkaataa) shaakaluu fi deeggaruu akka qaban Ameerikaan mirkaneessite.

4) Wal qunnamtii saalaa kan firoota dhiigaa gidduutti godhamu (incest) seera mirkaneessuu fi Jarman mallatteessitee jirti; akkaataa seera kanaattis obboleessaa fi obboleettiin, haati ilma ishee wajjiin, abbaan intala isaa wajjiin akka wal fuudhuu danda'an eeyyama.

5) Magaalaan Miyaamii wal qunnamtii saalaa kan badhee irraa labsaa jirti; kana jechuun namni wal qunnamtii saalaa barbaade kamiiyyuu waldaa amantiitti, daandii irratti, gabaatti, dirree kubbaa miilaatti fi kkf irratti rakkoo tokko malee raawwachuu akka danda'uuttiidha.

6) Kanaadaan wal qunnamtii saalaa kan bineensota wajjiinii (bestiality) eeyyamteetti. Ispeen immoo manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa fi yuuniversiitiiwwan keessatti filmiin poornoogiraafiin akka daawwatamu eeyyamteetti.

7) Seera qabeessummaa daldala wal qunnamtii saalaa (commercial sex work or prostitution) kan daa'immanii. Maarki Luuker 'namni umriin isaa waggaa 10 gadii kamiiyyuu fedhii saalaa qaba waan ta'eef akka isaa wal qunnamtii saalaatiin hin guuttanneef eenyuuyyuu isaan dhorkuu hin danda'u' jedhee falmeera.

8) Dhuma irratti Ameerikaan waldaa seexanni itti sagadamu ifaan ifatti bantee jirti.

Yaa obboloota! Dhumni barichaa dhiyaatee jira. Ol butamuunis gahee jira.
Yesuus dafee dhufa! Maaraanaataa!

Kiristaanotni jeeqamaa jiru; seexanni lubbuu hedduu akka isaan araara Waaqayyoo hin arganne gochaa jira.

Yoo daqiiqaa tokko qabaatte ergaa kana share godhi!

Maaliifiidha mana nyaataafi dhugaatiitti dadammaqiinsaan oollee gaafa gara waldaa dhufnu kan mugnuuf?

Maaliif waa'ee Waaqayyoo haasa'uun kan nutti ulfaatee hamii olii gadi oofuun kan salphateef?

Maaliifiidha ergaa Waaqayyoo namaaf qooduu dadhabnee ergaa hin taane walitti kan erginuuf?

Ergaa kana namoota birootiif share ni goota moo hin barbaaddu?

Yesuus akkas "Yoo isin namoota fuulduratti ana gantan anis Abbaa koo fuulduratti isin gana" jedha!

Yoo Yesuusiin jaalatta ta'e ergaa kana hiriyoottaniif garee beektu hundumaatti share godhi!

8.9K viewsHope, 04:27
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-03-06 23:10:17

Farfannaa ajja'ibaa kanaan ebbifama
1.7K viewsHope, edited  20:10
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-03-06 23:10:17 Farfannaa bayyee namatti toluu kanaan Ebbifama share walif gochuun hiriyoota keessanin ga'aatii ga’ee kessan ba'aa....
1.7K viewsHope, 20:10
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-03-06 22:32:00 ከቀናት ባንዱ ቀን ከሰሀታትም በአንዷ ሰሀት ከደቂቃዎችም በአንዷ ደቂቃ ሁሉም ታሪክ ይሆናል
ከእርሱ ከጌታችን ቃል ውጪ ሁሉም ይልፋል ::ሁላችንም ነበር ነበርች ነበሩ ተብለን ታሪክ እንሆናለን
ያቺ ከእለታት መካከል የማናቃት አንዷ ቀን ሳትመጣ በፊት ምን ሰራን ምን አይነት ትርጉም ያለው ህይወት ኖርን? ከራሳችን ከፍላጎታችን ያለፈ ለስጋችን ሳይሆን ለነፍሳችን ስንል ምን ሰራን?
"በጉብዝና ወራት ፈጣሪህን አስብ"እንደተባልነው እውነት ወጣትነታችን ፈጣሪን በማሰብ ነው እየኖርን ያለነው? ሁላችንም ለራሳችን እንመልሰው
እውነት እስቲ እያንዳንዳችን ወደ ውስጣችን እንመልከት ከእድሜአችን ቀድሞ ያረጀብን የደከመብን ምንድንው እንዳንራመድ የያዘን??
እንግድነት ወደ እዚ ምድር እንደመጣን እንደምንመለስም እያሰብን እንራመድ
ለትውልዱ እናስብ ከእኛ ምን እየተማረ ነው?
በግንብ እና በጣራ የተገደበ ህይወት መኖርን እናቁም ክርስትናን እንኑረውና ለብዙዎች መዳን ምክንያት እንሁን ሌሎች መልካችንን ሲያዩ የክርስቶስን መልክ ይዩ::
መብራትን አብርቶ ከእንቅብ በታች ማንም እንደማያኖረው በግልጥ እንዲታይ ከፍ ባለ ስፍራ ላይ እንደሚያኖረው ክርስቶስ የአለም ብርሀን በውስጣችን ካለ ለምን እንደብቀዋለን? በኛ ላይ ጎልቶ እንዲታይ ለምን እንከለክለዋለን? እሱ ኮ ጨዋ ነው ፈቃዳችንን ይፈልጋል እንፍቀድለት
በዚች ምድር ለቆየን አይቀር የብዙዎች መዳን ምክንያት እንሁን
እኛ ከሌለን አለም ብርሃን የላትምና ጨለማ ውስጥ ትኖራለች
እኛ ከሌለን ምድር ጨው የላትምና በጣም ትመራለች
ስለዚህ እኛ ክርስቶስን የቀመስን ፍቅሩን ያየን ብርሃን ነንና
ለምድራችን እናብራ

ወጣትነታችን ለሱ ለሞተልን ብቻ!!!

Goftaan Keenya Yesuus Hin caala.
1.8K viewsHope, 19:32
ክፈት / አስተያየት ይስጡ