Get Mystery Box with random crypto!

Ergaa Muslimonni mana amala sirreessaa Ziwaay jiran dhaammatan | Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል

Ergaa Muslimonni mana amala sirreessaa Ziwaay jiran dhaammatan
~
Nuti (sirreeffamatoonni) muslimoonni mana amala sirreessaa Ziwaay jirru 480 Ramadaanaa dhufe kanaaf galtee ifxaraaf ittiin qophoofnu homaa waan hin qabneef, kanaaf ammoo qarshii kuma 800 ol waan nu barbaachisuuf obboleeyyan Muslimaa ergaan kun isin qaqqabe hanga dandeessan deeggarsa akka nuuf gootan maqaa Rabbiitiin isin gaafanna.

• Bankii Daldala Itiyoophiyaa
• Lakkoofsa Herreegaa: 1000607361596
• Maqaan: Daawud Hasaniifi Abdurrahmaan Waabalaa