ዛሬ በጅማ ከተማ በተዘጋጀው የሰላምና የምስጋና ኮንፍረንስ ፕሮግራም በፊት ሶስት የመሰረት ድንጋይ አስቀምጠናል:- 1)የአባ ጂፋር ኢስላማዊ ዩኒቨርሲቲ የሚገነባበትን ሐምሳ ሺ ካ·ሜ ቦታ (50000ካ·ሜ) 2)ለጅማ ዞን እስልምና ጉዳዮች አስተዳደር ቢሮ የሚገነባበት አንድ ሺ አምስት መቶ ካ·ሜ (1200ካ·ሜ) 3)የአባጅፋር የጥናትና ምርምር ማዕከል የሚገነባበት አስር ሺ ካ·ሜ (10000ካ·ሜ) ቦታ Guyyaa haraa magalaaa Jimmaatti sagantaan Konfiraansii Nagaafi Galateeffannaa osoo hin gaggeeffamin dura dhakaa buuuraa sadii keenyeerra. Piroojektiiwwan dhakaan buuuraa isaanii kaame kunneenis;- 1. Yunivarsiitii Islaamaa Abbaa Jifaar (lafa kaare meetira kuma shantama (50000km irratti) 2. Mana maree dhimmoota Islaamummaa Godina Jimmaa (lafa kaare meetira 1500 irratti) 3. Giddugala Qorannoofi Qoannoo Abbaa Jifaar (lafa kaare meetira 10000) 22.0K views16:07