Get Mystery Box with random crypto!

Warra hajjii baranaa godhuu hin danda'iniif! Ibnu Rajab Rabbii | Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል

Warra hajjii baranaa godhuu hin danda'iniif! Ibnu Rajab Rabbiin Raahmata haagodhuufi akkana jadhaniiru:-

namni gaara arafaarra dhaabatu carraa hin argatin, daangaa Rabbii beekurratti of qabe haadhaabatu.

muzdalifaas namni buluu hin danda'iin Rabbii isaatitti dhihaachuuf ajajamaa ta'ee haa bulu.

Qalmas minaatti namni godhuu hin danda'iin Rabbiif jecha fedhi isaa haa qalu(fedhii lubbuu isaa haa dhiisu).

namni gara mana isaa(kaa'abaa) sababa fageenyaatin gahuu hin danda'iin gara Rabbii hidda dhiigaa isaa irra itti dhihaatu haa kajeelu

(Ibnu Rajab lixxaa'if Al-ma'araf 633)