Get Mystery Box with random crypto!

Sooma guyyaa bori akka si hinbaanee! Bor guyya | Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል

Sooma guyyaa bori akka si hinbaanee!

Bor guyyaa zul hijjaa 9 ykn guyyaa arafaati. Soomni guyyaa bori akka si hinbaanee!
Abii Qataadaa Irraa Akka Odeeffametti Ergamaan Rabbii (SAW) Waa'ee Ajrii Sooma Guyyaa Arafaa Irraa Gaafatamnaani Akkana jedhani:
" Zanbii(Cubbuu) Woggaa(bara) Dabree fi Bara Dhufuu Nama irraa Balleessiti(Haqxi)". (Musliimtu gabaasee)