“ጽዱ ጎዳና - ኑሮ በጤና”
ይህን አዲስ ተግባር ስንጀምር ኢትዮጵያውያን ሁሉ ለሁሉም ምቹ የሆኑ ከተሞችን በመፍጠር ጥረት ላይ የበኩላቸውን እንዲወጡ ጥሪ አቀርባለሁ።
#ጽዱኢትዮጵያ
"Daandii Qulqulluu - Jireenya Fayyaa "
Sochii haaraa kana wayita jalqabnu Itoophiyaanonni hundi tattaaffii magaalota hundumaaf mijaawaa ta'an uumuuf godhamu keessatti gaheesaanii akka gumaachan waamichakoon dhiyeessa.
#ItoophiyaaQulqulluu
“Clean Streets – Healthy Lives”
As we embark on this new initiative, I call upon all Ethiopians to contribute their share in creating cities that are conducive for everyone.
#CleanEthiopia