Get Mystery Box with random crypto!

ዛሬ በቦሌ ለሚ ኢንዱስትሪያል ፓርክ ያስመረቅነውና የኢንቪቮ ግሩፕ ኢንቨስትመንት የሚመሰገን ነው። | Abiy Ahmed Ali 🇪🇹

ዛሬ በቦሌ ለሚ ኢንዱስትሪያል ፓርክ ያስመረቅነውና የኢንቪቮ ግሩፕ ኢንቨስትመንት የሚመሰገን ነው። ከ50,000 ከሚበልጡ አርሶ አደሮች ጋር ትስስር በመፍጠር በዓመት 60,000 ቶን ብቅል ለማምረት የሚያስችል መሆኑ፣ በዋናነት የውጭ ምርቶችን በሀገር ውስጥ ምርቶች ለመተካት የሚደረገውን ጥረት ለመደገፍ ያስችላል። ኢትዮጵያ እንዲህ ባለ መጠነ ሰፊ መንገድ ሙዓለ ነዋይ ለማፍሰስ የሚፈልጉ ቁርጠኛ ባለሀብቶችን ለመቀበል እና አስቻይ ሁኔታዎችን ለመፍጠር ዝግጁ ናት።

Invastimentiin 'Invivo Group' har'a Paarkii Indaastrii Boolee Lammiitti eebbisiifne kan jajamudha. Qonnaan bultoota kuma 50 ol waliin hidhata uumuudhaan waggaatti biqila toonii kuma 60 homishuudhaaf kan dandeessisudha. Kun immoo tattaaffii homishoota biyya alaatii galfaman kan biyya keessaatin bakka buusuuf godhamu deeggaruudhaaf hojii ijoodha. Itoophiyaan abbootii qabeenyaa maallaqasaanii haala akkas bal'aa taa'een hojiitti bobbaasuuf barbaadan simachuufi haala mijeessuufiidhaaf qopheedha.