Get Mystery Box with random crypto!

Yaa simbirtuu-simboo uumaa Kudhaamakoo - faaya mormaa Abbaa xi | Walaloon Jaalala

Yaa simbirtuu-simboo uumaa
Kudhaamakoo - faaya mormaa
Abbaa xiiqii-gooba kormaa

Qurunfudii-foolii sugaa
Yaa qimamii- abbaa nagaa
Ayyaanticha-burqaa seeqaa
Ilmoo dhugaa- fakkii waaqaa

Bantii sammuu-Abbaa Muudaa
Mataa namaa- guca guddaa
Michichila- kuula haqaa
Silaa aartiif-atuu waaqa!

Galataa
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala