Get Mystery Box with random crypto!

Hin deemiin… Lafa raajiin dhugaa waa’eekoo dubbatu Lafa fak | Walaloon Jaalala

Hin deemiin…

Lafa raajiin dhugaa
waa’eekoo dubbatu
Lafa fakkaattiinkoo
itti heddummatu

Hin deemiin…

Siin taatu jedhanii
Narraa si fageessu!
Akkakoo siif ta’uuf
Na sitti fakkeessu!

Daraartuu Beeka