Get Mystery Box with random crypto!

Hawi Anole

የቴሌግራም ቻናል አርማ hawianole — Hawi Anole H
የቴሌግራም ቻናል አርማ hawianole — Hawi Anole
የሰርጥ አድራሻ: @hawianole
ምድቦች: ዜና
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 35.96K

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 3

2023-09-27 17:05:32 Imala jiruu keetii keessatti kufnana hin sodaatin. Kufaatin tokko tokko ka’umsa jajjabaadhaaf bu’uura cimaa namaaf taha. Kan osoo kufee hin ka’in milkaa’e tokkoyyuu hin jiru. Waan guddaa hawwi, carraaqi, Rabbiin irratti kadhadhu - waan yaaddes inuma argatta, eddoo yaaddes numa geetta

Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole
39.3K views14:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-09-27 08:15:39 Waan nu hordoftaniif ~ galanni keenya guddaadha

Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole
36.0K views05:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ