Get Mystery Box with random crypto!

Dubbii Hayyootaa -waan feete ta'ii garuu itti cimi. -Nama gud | BEEKI OR እወቅ

Dubbii Hayyootaa

-waan feete ta'ii garuu itti cimi.
-Nama guddaa hamaa ta'uu irraa, nama xiqqaa gaarii ta'uu naaf wayyaa.
-Nagaa yoo feete beekamtummaa of irraa fageessi.
-Namni obsa qabaachuu danda'uu waan barbaadu argachuu dandaa'a.
-Nageenyi bilisummaan alaa mana hidhaa jedhama.

@HAABARNNU_ENIMAR_23