Get Mystery Box with random crypto!

'Biyya kan diigu sochii wallaalotaa otoo hin taane callisa bee | BEEKI OR እወቅ

"Biyya kan diigu sochii wallaalotaa otoo hin taane callisa beektotaati Jedhama.

Waant dubbaachu qabdu dubbaadhu, waa'ee biyyaa ana hin galachu hin jedhina.

Yoo akkana jettee gaafa tokkoo mana kee dhufee rukkutaa yeroo san nagalaacha jettee ka'uu kee irraa haraa waant dubbaachu qabdu dubbaadhu.

Lammi keefi furmataa keennu qabdu keennif

@HAABARNNU_ENIMAR_23