Get Mystery Box with random crypto!

Du'uu Namoonni baay'een du'anii jiraatan. Namoonni baay'een | BEEKI OR እወቅ

Du'uu

Namoonni baay'een du'anii jiraatan.

Namoonni baay'een smmoo osoo jiraatanii du'an.

Jiraachuun jirra jechuu miti.

Du'uun jechun awwaalamuu miti.

Awwaalamuunis du'uu miti.

Du'anii jiraachuun, jiraatanii du'uu irraa baay'ee caala.

Nama hiikni jireenyaa galeef jiraachuunis du'uunis bu'aa qaba.

Namni hiikni jireenyaa hin galleef jiraachuun isaa jirraa qofaa dha.

@ENIMAR_23