Get Mystery Box with random crypto!

Gadaa Post

የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post G
የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post
የሰርጥ አድራሻ: @gadaa_post
ምድቦች: ዜና
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 12.14K
የሰርጥ መግለጫ

t.me/gadaa_post

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2024-01-13 23:10:06 hordoftoota gadaapost gadaapost yeroo dhiyoo as odeeffannoo sinbiraa qaqabsiisaa ture sababa garagaraatiin addaa kutuun Isaa ni yadaatam Amma garuu haalaa Isaa duraatt deebi'uudhaan guyyaa murasaa booda odeeffannoo haqa qabbeessa sinbiraan gahuf qophii Isaa xumureerra hanga Sanaa hiriyyoota kan keessaaniif channel keenya kana share godha nu jajjabeessaa galtooma
7.3K views20:10
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-11-29 20:30:53 Yeroo dhiyootti nu egaadha.
10.9K views17:30
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-11-26 20:04:02 Jirtuu
11.0K views17:04
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-10 09:35:27 bot telegram hojeechu jalqabeerra garuu baay'ee nama rakkisaa irraa dedeebiidhan yaalaa @eaesbot
17.4K views06:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-10 08:14:00 xiqoo obsaa

ministeerri Barnoota sa'aatii jedhameetti waan hingadhiifamneef dhiifama gaafacha jira ammaas obsaan egadha sirreefamoon tokko tokko taasifama jiru .
16.9K views05:14
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-10 07:40:42 Qabxiin hanga amma gadii hin dhiifamne barattoonni obsaan egadha maloo
15.0K views04:40
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-10 07:32:12 siisitamaraatti rakkoon waan muudateef obsaa .barattoonni karaa school code fi Reg.num akkasumas first name fi Reg.num akka ilaalataan gochuuf jecha rakkoon siisitama muudateerra.

hanga amma barataan hojeetef hin jiru!
14.9K viewsedited  04:32
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-10 06:52:33 Daqiiqaa muraasatu hafee obsa daqiiqaa 10 qofa
12.2K views03:52
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-10 06:28:07 Obsa obsaan Aanaan gooromsaa dhuugaa jedha oromoon!
11.4K viewsedited  03:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-10 06:21:08 #update

Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa sababa dhiphaachuu network'tiin ganama sa'aatii 1:00 irratti gadhiifama hamasiitti barattoonni obsan egadha.

barattoonni siniif hojjeechuu didee moo comment barreessa siniif ilaala.
10.6K views03:21
ክፈት / አስተያየት ይስጡ