Akkam jirtu maatii koo jaallatamoo Boru irraa eegalee walga'iin Qeerroo guyyaa lamaaf woreda tokkoon tokkoon isaaniitti kan gaggeeffamu yoo ta'u, marii badhaadhinaan ni taasifama Gaaffii cimaa gaafadhaa.
Hello my dear family Starting tomorrow, there will be a two-day youth meeting in each woreda. There will be a discussion with prosperity. Ask a strong question.