Get Mystery Box with random crypto!

Dargaggeessa Tokkotu dhufee sheek Ahmad Diidaatiin Akkana Jedh | Abdurahman Jeylan

Dargaggeessa Tokkotu dhufee sheek Ahmad Diidaatiin Akkana Jedhe;

Yaa sheeka Badinsa Adunyaa Tanaatiif wanni sababa tahe dubartiidha. Dubartimatu Lafa Balleessaa Jira Jedheen.

Sheeknis Akkana Jedheen ;
Waan Ati Jette kana Guutuutti Hin Didu Xiqaattullee Wanni Ati Jette kuni ima Jirti, Garuu Kan Ajaa'iba Natti tahe "Dubartiin tuni Baatii (9)Guutuu Garaatti Si baattee Nama Gowwaa Akka Keetii Kana dahuudha." Jedheen

Dubartiin Haadha teetii Amma Haadhuma Tee tanatu Lafa Balleesse Jechuudhaa Jedheen??
Gurbichi Achitti Deebisaa dhabee Dhama'ee Hafe

badiinsa waan tokkoof sababni nama biraati jechuun dura ani hoo maal tolche, maalis balleesse jennee of haa gaafannu.

Kanaafuu waa Namaan Jechuun Duratti Jecha Namaan Jennu san Dura OFiin Jennee Haa Laallu.


Follow
https://www.facebook.com/profile.php?id=100082999208494