Get Mystery Box with random crypto!

Waa sadi waa sadi balleessite! 1. #Konkolaataan dhuftee #Fard | Abdurahman Jeylan

Waa sadi waa sadi balleessite!

1. #Konkolaataan dhuftee #Farda maqaa balleessite!
2. #Qawween dhuftee #goota maqaa balleessite!
3. #Mobaayilli dhuftee #haasawa dhiiraa balleessitee, maraataallee maqaa balleessite!