Jaalallee Koo . Ani Bara Haaratti Machaauu Dhiiseera Karaan Koof Kan Jimaas Adda Adda Goreera Fedhii Kankee Guutuf Hundumaa Gateera Atis Araada Kooti Hararraa Jalqabee Siinis Si dhiiseeraa! . @Walaloo_Jaalalaa24 @Walaloo_Jaalalaa24 1.6K views , 04:15