Gaabbii koo! Isan gaabbe sitti himuu? Isan onnee tokko fuudh | Walaloo Jaalalaa™

Gaabbii koo!

Isan gaabbe sitti himuu?

Isan onnee tokko fuudhee
Aarsaa godhee si'iif qale
Isan otoo'ti nan waamiin
Dhufee bobaa keetti gale

Isan dhufee sitti halladhe
Isan safuu siif dagadhe
Isan kumaatama dheessee
Sit' baqadhe
Isan si argachuuf jedhee
Of hanqadhe.

Isan gaabbe!

@Walaloo_Jaalalaa24
Walaloo Jaalalaa™

Walaloo Jaalalaa™

@walaloo_jaalalaa24
14.88K ተመዝጋቢዎች
ስነ-ጽሁፍ ምድብ
Walaloo jaalalaa toora kanaan ni argattu, walaloo jaalalaa yoo qabaattan share nuuf godhaa . https://adsly.me/@walaloo_jaalalaa24. Buy ads: https://te...