Kan wal rige sidha inni abidda tufe Gubachuu keef sababni yoom fageenyaa dhufe? Jaalala fakkeessaa walitti riiqattee Isa homaan beekne of-gidduutti nyaatte! Hamaakee goksuudhaf hin kaawwatiin dhuka Kan bosona fixe Abiddaa miti muka! Diinagdee Dabalee Dureessaatiin, React @Walaloo_Jaalalaa24 4.57K views13:50