Kufaatiidhaan eegala Jalqabni milkaa'inaa 'Gufadheera' jettani | Walaloo Jaalalaa™

Picture 1 from Walaloo Jaalalaa™ 2025-07-02 15:32:39
Kufaatiidhaan eegala
Jalqabni milkaa'inaa
"Gufadheera" jettanii
Bakka sana hin taa'inaa!
       

https://gaggeessummaa.com/galma-geessa/
Walaloo Jaalalaa™

Walaloo Jaalalaa™

@walaloo_jaalalaa24
14.88K ተመዝጋቢዎች
ስነ-ጽሁፍ ምድብ
Walaloo jaalalaa toora kanaan ni argattu, walaloo jaalalaa yoo qabaattan share nuuf godhaa . https://adsly.me/@walaloo_jaalalaa24. Buy ads: https://te...