Get Mystery Box with random crypto!

Oduu Aagaa! Hagayya 3, 2023 Ajajaan Ol’aanaa ABO-WBO jaal Mar | Tsegaye R Ararssa

Oduu Aagaa!

Hagayya 3, 2023 Ajajaan Ol’aanaa ABO-WBO jaal Marroo Dirribaa, I/A Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO jaal Gammachuu Abboyyee fi Ajajaan ABO-WBO Zoonii Gidduu Galeessaa jaal Sanyii Nagaasaa karaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa oduu aagaa isiniif qabu!
Kanaaf, kallatti YouTube, Rumble, Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa fi Qarree Network irraan wal haa eegnu! Bal’inni dhaamsa jaallanii Hagayya 03, 2023 sa’a 11:00 akka DCtti fi Galgala sa’aa 1:00 Akka Oromiyaatti waan dhihaatuuf akka wal hordofnu kabajaan isin afeerra!

Injifannoo Ummata Oromoof!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa!
Hagayya 03, 2023