Haasaa gabaabaa mucaa waggaa ja’aa waliin taasisame; “Bilbilli | Qoosa
Haasaa gabaabaa mucaa waggaa ja’aa waliin taasisame;
“Bilbilli kun kan keetii?”
“Eeyyee”
“Maal ilaalaa jirta?”
“Waa dubbisaan jira!”
“Maal dubbista?”
“Waa’ee waan baay’ee…”
“Waa’een koo jiraa?”
“Eeyyee”
“Maqaan koo eenyudha beektaa?
“ Hin beeku”
“Caaliidhaam…”
“Dhugaa?”
“Dhugaa!”Kan kee hoo?”
“Mootii”
“Mootii jechuun maal jechuudha?”
“Kan biyya bulchu!”
“Ati biyya kam bulchita?”
@Qoosa430