Get Mystery Box with random crypto!

Waa’ee Ergamootaa (Abo.13:2-23) fi (Abo.6:11-22) irratti barre | ⛪✥HUNDEE AMANTAA✥⛪

Waa’ee Ergamootaa (Abo.13:2-23) fi (Abo.6:11-22) irratti barreeffame gaaffii ka’uuf deebii

Gaaffichi:

1. “Ergamaan kun maalif aarsaa fudhachuu dide? (Abo.13:16). Ergamaa inni kaan (Abo.6:19-21) irratti aarsaa fudhateera mitii?”

2. “Itti dabalees, maalif maqaa isaa itti himuu dide? (Abo.13:18). Fakkeenyaaf, Gabri’eliin, Luba Zakkaariyaasitti, ‘Ani Gabri’elii dha, fuula Waaqayyoo dura kanan dhaabadhu.’ (Luq.1:19) jedheera mitii; inni kun maalif itti himuu dide?”

3. “Ergamaan kun immoo aarsaa Geediwoon fudhate (Abo.6:19-21). Inni (Abo.13:16) irraa fudhachuu dide mitii; inni kun maalif fudhate?

4. “Kanaafuu, inni kun aarsaa fudhachuu isaatiin
garaagarummaan isaan kana lameen gidduu jiru maali dha?”

5. “Isaan lachuu Ergamaa Waaqayyoo jedhamu?”

6. “Kan Maanu’eetti mul’ate ‘Aarsaa Waaqayyoof dhi’eessi!’ jedheen; kan Geediwoon immoo osoo ergamaa ta’ee jiruu aarsaa fudhachuun isaa Waaqayyoon ta’uu isaa ibse moo?”


Gaaffilee kanneeniif deebii argachuuf, “Instant View” kan jettu tuquun banaa dubbisaa!

Channel, “Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa” jettu kanaaf miseensa hin taane yoo ta’e, kunoo ammuma link, @abdiimaariyaamiifinjira jedhu kana tuquun banaatii itti makamaa miseensa ta’aa!

https://telegra.ph/Waaee-Ergamootaa-Abo132-23-fi-Abo611-22-irratti-barreeffame-gaaffii-kauuf-deebii-10-15