Get Mystery Box with random crypto!

Morning Star Research, Training and Consultancy

የቴሌግራም ቻናል አርማ msrgroup2014 — Morning Star Research, Training and Consultancy M
የቴሌግራም ቻናል አርማ msrgroup2014 — Morning Star Research, Training and Consultancy
የሰርጥ አድራሻ: @msrgroup2014
ምድቦች: ስራ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 1.60K

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 5

2023-01-06 12:14:42 Content of proposal

Yunivarsiitootni hedduun ulaagaalaa gabaasa piroopizaalaa ofii isaani qabaatanis irra caalaan isaanii kanneen armaan gadii ammoo irra caalaa isaanittin kan fayyadamanidha.

Cover page
Title page
Acknowledgment
Table of content
List of abbreviation
List of table
List of figure (if available)
Executive summary

1.Introduction
  1.1.Background
  1.2.Statement of the problems
  1.3.Significance/ rationale of the study
  1.4.Objective
    1.4.1 general objective
    1.4.2. Specific objectives
  1.5.Scope of the study
  1.6.Organization of the study
2.Literature reviews
  2.1. Theoretical review
  2.2. Emperical review
3. Methods and material
  3.1. Study aree and period
  3.2. Study design
  3.3. Population
  3.4. Eligibility criteria
  3.5. Sample size calculation
  3.6. Sampling procedure
  3.7. Data collection tool and procedure
  3.8. Data quality management
  3.9. Stduy variables
  3.10. Data processors and analysis
  3.11. Ethical clearance
  3.12. Dissemination plan
4 Work plan and budget breakdown
  4.1. Work plan
  4.2. Budget breakdown
5. Referance

@miiltoo2022
@miiltoo2022
@miiltoo2022  for contact with experts.

https://t.me/msrgroup2014
https://t.me/msrgroup2014
https://t.me/msrgroup2014
https://t.me/msrgroup2014
422 views09:14
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-06 10:33:16 Waliif #Share gochuu hin dagatinaa
Share & Forward For Your Beloved Freinds
   
https://t.me/hojiiadama
https://t.me/hojiiadama
https://t.me/hojiiadama
https://t.me/hojiiadama
348 views07:33
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-04 11:45:55
#Beeksisa_Qacarrii
#Ogeesaa_Fayyaa


Biiroon Fayyaa Oromiyaa Godinaallee irratti namoota Ulaagaa guutan dorgomsiisee qacaruu barbaada, kanaafuu beeksisa kana waliif qoodaa!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
MIIDIYAA JOIN SHARE

@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1

KITAABA BARATAA

https://t.me/Barataadhaaf_1

@Galaana_kitaabaa
292 views08:45
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 14:35:31 For University students!!!



Thesis PowerPoint preparation in Afan Oromo




Thesis Defence presentation skill in Afan Oromo


348 views11:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 03:39:45 https://www.bu.edu/admissions/apply/international/ Boston University Online Courses 2023 with Free Certificates

University Name: Boston University
Course Dues: Free of Cost
Study Mode: Online
Eligibility: Any
Application Last Date: No deadline
368 views00:39
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-02 18:19:44 Safartuuwwan Dandeettii Dhala namaa

Intelligence Quotient (IQ)

Yeroo hedduu waa'ee gahumsa namaa yoo dubbannu kan dursee fuldura keenya dhufu Intelligence Quotient (IQ) - Gahumsa Sammuuti. Dr. Iyyoob Maammoo Gahumsa sammuu (IQ) hamma beekumsa sammuu fi madaallii dandeettii beekumsa tokkoo hubachuuti jechuudhaan ibsa. Dandeettiin nuti waa ittiin yaadannu, dandeettiin nuti herrega ittiin furru IQ dhaan ibsama. Madaalliin IQ tis Verbal intelligence, Numerical Intelligence, Spatial Intelligence fi Logical intelligence dha.

Saayintistoonni yeroo hedduu IQ qofa waliin dhama'aa turanii dhumarra IQ qofti jireenya namaatiif murteessaa akka hin taane baran! Daniel Goleman qorannoo geggeesseen milkaa'ina jireenya ilma namaatiif IQ wanti jedhamu 20% barbaachisa jedha. Akka Goleman jedhutti 80% tiin dhiibbaa biroo (Other forces) dhani. Dhiibbawwaan kana keessaa inni dhibbeentaa guddaa kan qabu ammoo Emotional Quotient dha. Bilchinni miiraa dandeettii hunda keessaa sadarkaa duraa irratti barbaachisa.

Bilchina miiraa(Emotional Intelligence) jechuun miira keenyas ta'ee kan namoota biroo addaan baasanii beekuu, madaaluufi to'achuu jechuudha. EQ waa shan of keessaa qaba. 1. Miira ofii beekuu (Knowing one's emotion),
2. Miira ofii to'achuu (Managing Emotions),
3. Of jajjabeessuu (Motivating oneself),
4. Miira namoota biroo hubachuu (Recognizing emotions in others) fi
5. Walitti dhufeenya namootaa cimsachuu (Handling relationships).

Waa tokko jedheen gabaabsa. Beekumsa hanga barbaadde qabaattee bilchina miiraa hin qabdu taanaan essayyuu hin geessu. Bilchina miiraa qabaadhu! Kitaabota barbaachisoo ta'an dubbisi.
379 views15:19
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-02 11:33:11 Barataan barsisaa isaa kabajuu ni guddata; kan barsisaan isaa hin kabajne ammoo hin guddattu. Kabaja Barsisootaaf!
361 viewsedited  08:33
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-02 08:51:29 https://t.me/msrgroup2014
https://t.me/msrgroup2014
https://t.me/msrgroup2014
https://t.me/msrgroup2014
https://t.me/msrgroup2014
https://t.me/msrgroup2014
https://t.me/msrgroup2014
https://t.me/msrgroup2014
https://t.me/msrgroup2014
https://t.me/msrgroup2014
367 views05:51
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-01 15:19:18 Gorsa hawaasa keeysatti nu fayyadu muraasa:

1. Nama tokkotti walitti fufiinsaan yeroo lamaa ol hin bilbilin.  Bilbila kee yoo hin kaafne, takkaa hojiirra jira. Hin garre taha. Ykn ammoo siin dubbachuu hin feene taha! Yeroo ati bilbiltu san yoo bira hin jiraanne, yeroo bilbila bira dhufe ni arka. Nama bakka siif qabu yoo tahe deebisee siif bilbila!

2. Maallaqa namarraa liqeeyfatte osoo namni siif liqeeyse sin gaafatin, osoo inni hin yaadatin deebisiif.  Amanamummaa fi amala gaarii qabaachuu kee agarsiisa!

3. Yeroo namni tokko mana nyaataatti laaqana/irbaata si afeere,nyaata gatii qaalii menu irra jiru hin ajajin. Waan madaalawaa ykn waan dadarree ajajadhu!

4. Gaaffii namatti hin tolle nama hin gaafatin. 'Ammallee hojii hin arkannee? ammallee hin fuunee/ heerumne?'  Hanga ammaa joollee hin qabduu?'  'Maaliif mana hin bitanne?' ykn maaliif konkolaataa hin bitattu jettee nama hin gaafatin! Hamilee namaa eegi malee hin cabsin!  Kana rabbiitu fedhe malee isa ykn ati miti!

5. Hiriyaa kee waliin taaksii yoo seentan, yoo inni/isheen amma kaffale/te, yeroo itti aanu ammoo ati kaffaluuf yaali;

6. Yaada namootaa kabajiif! Akka kiyya qofaatu taha hin jedhin. kallattii kee qofaan ilaaltee waa hin murteessin.  wanti 6 sitti fakkaatu nama fuula kee dura jirutti 9 fakkaatti!

7. Namoota haasawaa jiran gonkumaa haasawa isaanii addaan hin kutin. Fixachisiisi.  Akka isaan waan keessa isaanii dubbataniif hayyamiif.

8. Yoo nama tokkotti qoostee inni immoo qoosaa kee hin jaalatin, yoo qoosaa keetti waan gammadu hin fakkaatu ta’e, qoosaa kee dhiisi! ​​itti hin fufin!

9. Yeroo namni si gargaare “galatoomi” jedhiin. Galata namaaf galchuun kabaja siif dabala.

10. Namakee tokko, nama fuulduratti faarsiitii bakka kophaatti qeeqi!

11. Namni tokko bilbila isaa banee suuraa wahii tokko yeroo sitti agarsiise, suuraa inni si garsiise san qofa laalii itti dhiisi malee bitaa fi mirga achi bantee (swipe) kan itti aanu laalin.  Waan itti aanu hin beektu. Namnis keessatti hin gammadu (Anilleen akkasuma). Akkasumas yeroo namni tokko bilbila isaa keessa ilaalu, as jettee waliin hin laalin. Tarii iccitii haasawaa jira tahaatii!

12. Yeroo namni tokko kallattiin sitti dubbatu, atiis fuulasaa keessa ilaalaa itti dubbadhu malee bilbila keessa ijaan laalaa itti hin dubbatin! Kun tuffii fakkaata!

13. Waanuma kamuu hanga gaafatamtutti hin deebisin. Yoo gaafatamte malees gorsa namaaf hin kennin;

14. Hiyyeessa bira teeysee waa'ee qabeenya keetii gonkuma hin dubbatin. Namoota rabbiin ijoollee hin kenniniif bira teeysee waa'ee ijoollee keetii hin dubbatin!

15. Ergaa/ dhaamsa gaarii kana erga dubbifte booda, hiriyoota fb keetiif qooduu (share) godhi. (Aniis galataan sirraa barbaada. Mee galatoomi naan je'eetii na gammachiisi)

Barreessaa:Nasruu kuush
435 views12:19
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-31 14:25:08 A book a researcher or anyone who want to be researcher must read. Join and Invite your friends


https://t.me/research4all
https://t.me/research4all
https://t.me/research4all
https://t.me/research4all
323 views11:25
ክፈት / አስተያየት ይስጡ