Get Mystery Box with random crypto!

Morning Star Research, Training and Consultancy

የቴሌግራም ቻናል አርማ msrgroup2014 — Morning Star Research, Training and Consultancy M
የቴሌግራም ቻናል አርማ msrgroup2014 — Morning Star Research, Training and Consultancy
የሰርጥ አድራሻ: @msrgroup2014
ምድቦች: ስራ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 1.60K

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 4

2023-01-19 00:31:40 Guyyaa hardhaa fi guyyoota darban beeksioota magaalaa Adaamaa keessatti bahan kanneen ilaalaa https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama chaanaallii kana Join fi share waliif godhaa. yeroo gaarii!
25 views21:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-19 00:22:43 Bunii Kaaldis Namoota ja'a barbaada Adaamaa ሙያ፡ መስተንግዶ

የድርጅት ስም፡ ካልዲስ ኮፊ(አዳማ)

ማብቅያ ቀን፡ 16-5-2015

አድራሻ ፡ ገዳ ቀበሌ ከ ሀይለማርያም ሆስፒታል ፊት ለፊት (ሸዋ ዳቦ ጎን)

ልምድ፡ አይጠይቅም

ፆታ: ሁለቱም

የተፈላጊ ብዛት፡ 6

ደሞዝ ፡ በድርጅቱ ስኬል

092 151 1931

# የትምህርት ደረጃ፡ 10ኛ ክፍል


https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama
29 views21:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-19 00:02:08 Channel Hafuuraa

Channel hafuuraa kana meeqaa keessantu qaba. Namoonni kitaabilee adda addaa kan hafuuraa fi barnoota walitti fufan argachuu barbaaddan nutti dabalamaa!

JOIN THE CHANNEL
«JOIN»
«JOIN»
«JOIN»
«JOIN»
20 views21:02
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-18 23:31:08 HOPE PROMOTION - 01
WELCOME


Channel armaan gadiitti isiniif dhihaate keessaa kan barbaaddan join godhadhaa! Dhangaalee miidhagoo guyyaa guyyaadhaan isiniif dhiheessina!

❍️ Madda Gammachuu
❍️ Odeeffannoo Haaraa
❍️ Oro Dinqisiisoo
❍️ Gorsaa fi Xinsammuu
❍ Haalduree Milkaa'inaa
❍️ Kitaabilee bifa PDF
❍ Beekumsa Waliigalaa
❍ Classical fi muuziqaa faaruu
❍ Oro Comedy fi Fiilmii

Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!


JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███


Free promoter: Getu Abera yookiin Getpostbot Qunnamaa!
30 views20:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-14 21:07:54 9. Mirra Waliin guddachuu qabaachuu
Kophaa guddachuuf dhama'uu ol yaaduutu nu barbaachisa. Businessin keenya hawaasa, hojjatoota, abbootti qabeenyaa fi naannoo keenya jijjiruu qaba. Waliin guddachuu amala godhachuu qaba. Dhaabbannii keenya rakkoo hawaas dinagdee keessa jiru furuu qaba. Kun Corporate Social Responsibilitydha.
10. Waan hojjannuu jaalachuu qabna.
Namni waan hin jaalannee na baasa jedhee itti lixu hin qabu. Kanaaf namni kamuu waan jaalatu hojjachuu qaba.
Namni nuti beeknu hojjateef hojjachuu hin qabnu. Hojii jaalannu yoo hojjannee arsaa kafaluu qabnu kafaluuf qophii taana. Ni milkoofnas.

Nagaa Tahaa!!
92 views18:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-14 21:07:54 Seeroota warqee tahan fi business keenya milkeessan Kudhan (10)

1. Muldhata qabaachuu
Rakkoon hawaasaa furuuf kutannee kaanee maaliidha kan jedhuu beekuu qabna. Dhimmii ijoon jireenya keenya keessatti milkeessuu barbaadnu beekuu fi waan isa waliin deemuu hojjachuu qabna.

2. Namoota biroo irraa barachuu
Hojiitti osoo hin seeniin namoota daldala wal fakkaatu sana keessa jiran dubbisuu barbaachisa. Dogogoraa fi milkaa'ina isaanii irraa barachuu qabna.
Kanaaf ammoo
#Networki uumuu
#Mentor godhachuu
#Waliin hojjachuu fi
#Wal hojjachisuu barachuu barbaachisa.
Business keenya nu qofa akka qabnutti ilaaluu hin qabnu namoonnii biroos akka qabanifi filannoo keessatti kufu akka dandeenyuu beekuu qabna. Kanaaf wantoota namoota kaan kufisani fi nus kufisuu danda'an beekuu qabna.

3. Ofittii amantummaa keenya guddisuu.
Waan hojjannuu mirra guutuun itti amanee deemuu qabna.

4. Kutannoo fi ejjannoon hojjachuu Rakkoo daldalaa keessatti nu qunnaman furuu fi furtuu qabaachuu qabna.
Business ni dhalata; ni guddata fi ni du'a. Kanaaf adeemsa kana hunda keessatti akkaataa keessa darbu qabnu beekuu fi kutannoo ciimaan keessa darbu barbaachisa. Kanaaf ammoo ejjannoo ciimaa qabaachuu qabna.

5. Karooraan hogganamu qaba.
Karooraan hogganamuuf muldhata keenya bakka xixxiqqootti caccabsuun action plan qabaachuu ykn qopheessuu qabna.
Karoora business qofa osoo hin taanee kan dhunfaas qabaachuu qabna.
Karoorii keenya caccabee hanga guyyaatti gadii bu'uu qaba. Kan waggaa irraa kan ji'aa, torbee fi guyyaa baafachuu qabna.
Karoora guyyaa keenya yammuu qopheessinu tooftaa lamaan kana fayyadamuu dandeenya.
1.Yoo danda'amee karoora borii hardha qopheessuu ykn
2. Hojiiwwan yaadne ganamaan qopheessuu barbaachisa. Isa bu'urra taasifnee hojii keenya guyyaa guyyaan hojjachaa deemna.
Faayidaa karooraa keessaa isaan muraasni
*Focused ykn maal irratti xiyyeeffachuu akka qabnu beekna.
*Of gamaagamuuf fayyada: karoora yoo qabaanee waan guyyaa sana hojjachuuf karoorfanee keessaa galgala kam raawwanee fi hin raawwanee salphaatti beekuu dandeenya.

6. Bu'aa guddaa fiduu irratti xiyyeeffadhuu:
Bu'aa xixxiqqoon of sobuu hin qabnu. Irra caalaatti hojjachuu fi carraa jirutti fayyadamuufi waan haaraa uumaa deemuu barbaachisa. Bu'aa keenya galma safaramuun kaa'uu fi SMART tahu qaba. Kana yoo jennu garuu yeroo tokkotti bu'aa daladalaa guddaa argachuu jechuu miti. Bizinaasii keessatti guddinii qaxxaamuraa kufaatiin isaa hamaataa waan taheef of egannoo barbaada.

7. Iddoo fi yeroo sirrii tahe filachuu qabda.
Yaada business keenya qabanee gara gabaa osoo hin seeniin dura feedhii fi dhiyeesiin tajaajila yookiin oomisha keenya irra jiru maal fakkata kan jedhuu qorachuu barbaachisa.
Fak. Amantii, aadaa, umrii, waqtii naannoo ani jiru keessatti gabaan maal barbaada? Kan jedhuu xinxaluu barbaachisa. Dhiyeessii fi feedhiin maal fakkaata kan jedhuus ilaaluu barbaachisa.
Fak. Feedhii bilbilaa touch keessatti bottom bu'aa qabeessa hin tahu. Namni tokko mana daaboo banee jenne nutis mana daaboo banu hin qabnu.
Covid 19 waan haaraa fidee dhufee ture; Akkasumas daladala hedduu kasaarseera. Nutis hojii hojjannuu keessatti yeroo fi iddoo sirrii filachuu qabna.

8. Adeemsa wal fakkaataa/ consistent/ qabaachuu qabna.
Tajaajila fi oomisha wal fakkaataa yeroo hunda kennu qabna. Maamila hedduu kan namni keenya dhabuu haala wal fakkaatuun deemuu dhabuu isaattiin. Fak. Kaaffeen haaraa banamee ji'a sadii ykn afur booda haalii keessumeessaa, dhiyeessii nyaataa, qulqulluni nyaataa gadii bu'aa deema. Kun ammoo maamilli akka hirdhatuu taasisa. Kanaaf mirruma jalqabneen osoo hin nufiin deemuu qabna.
92 viewsedited  18:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-11 03:36:29 Wantoota saddeen kana yoomiyyuu yaadadhu
1. Kaayyoo qabaadhuu!
2. Waan kaayyoo keetii Tarkaanfii tokkos tahu si siksuu guyyuu hojjadhu.
3. Waan gara lafaa dhufteef hin dagatiin.

#Olmaa_Gaarii_Qabaadhaa
303 views00:36
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-07 22:16:45 Change your word! Change your world!
479 views19:16
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-07 21:34:09 Hojii Magaalaa Adaamaa fi Naannoo ishii barbaadduu taanan linki kanaan join godhaa. Hiriyoota keessanifs ergicha qoodaa https://t.me/hojiiadama በአዳማ ከተማ እና አከባቢ የሚወጡ ማስታወቂያዎችን ይፈልጋሉ፡፡ የሚከተለውን ሊንክ ይጫኑ፡፡
መልዕክቱንም ያጋሩ!!!!
https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama https://t.me/hojiiadama
476 views18:34
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-07 17:34:25 #Exit_Exam(Qormaata Bahuumsaa)

Akkuma Beekamu Ministeerri Barnootaa Yeroo Darbe Barattoonni Sadarkaa Olaanoo digirii jalqabaa Yuunivarsitii Mootummaafi Dhuunfaatti barataa jiran eebbifamuun dura Qormaata bahuumsaa fudhachuun diraqama ta'uu Murteessuun isaa ni yaadatama.

itti dabaluunis ministeerichi ibsa dhiheenya kana baaseen qormaanni bahuumsaa kun kan kennamu karaa onlaayinii(Online) ta'uu ibsee ture.

Qormaata kana barataan kufe akkam ta'a?

Barataan tokko haga yeroo meeqaa irra deddeebi'ee qoramuu danda'a?

Barataan tokko yeroo hamma dangeeffameef keessattis Qoramee qormaata kana yoo darbuu dadhabe hireen isaa akkam ta'a?


Ibsa isaa guutuuf hidhaa(Liinkii) asii gadii cuqaasaa

http://abdiisabaa.com/2023/01/07/qajeelfama-qormaata-bahiinsaaexit-exam/


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
MIIDIYAA JOIN SHARE

@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1

KITAABA BARATAA

https://t.me/Barataadhaaf_1

@Galaana_kitaabaa
430 views14:34
ክፈት / አስተያየት ይስጡ