Get Mystery Box with random crypto!

Gaaddisaa Award Baga gammaddan! Baarreessaafi Gaazexeessaa Na | Lalisa T Ayana CHANNEL

Gaaddisaa Award

Baga gammaddan! Baarreessaafi Gaazexeessaa Namoo Daandii (Dhaabaa Wayyeessaa) akkasumas Obbo Xahaa Abdii badhaafamoo Gaaddisaa Awwaardi ta'aniiru; lamaanuu karaa bakka bu'ootasaanii badhaasa qophaa'eef fudhataniiru.
Gammachuun Oromoo immoo damee ogummaa kanaan Oromoon walbadhaasuu jalqabuu isaati. Galatoomaa!

▬▬▬▬▬▬ T.me/Lalisa_T_Ayana ▬▬▬▬

▬▬ Facebook Open ▬▬