Get Mystery Box with random crypto!

Harreen diidootti duulteef Haroo dhugaa gogsaaree Gaarri shira | Lalisa T Ayana CHANNEL

Harreen diidootti duulteef
Haroo dhugaa gogsaaree
Gaarri shiraan tuulameef
Biiftu baatu dhoksaaree
Lubbuu biliqa baatuuf
Maafan gola naanna'aa
Biyya koof falmee du'een
Taaddee biruukoo ta’a
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

Keessa kiyyattan dhiiga
Na waraananuu hin dhiigu
Haalli natti jabaattus
Olii gadis hin fiigu
Du'eetan bada malee
Ijaarsa hayyuu hin diigu.
--
Ibsaa gaafa dukkanaa, hojiin kee barbaraan jiraata!!


▬▬▬▬▬▬ T.me/Lalisa_T_Ayana ▬▬▬▬

▬▬ Facebook Open ▬▬