Ethio Psychiatry — የቴሌግራም ቻናል

የቴሌግራም ቻናል አርማ ethiopsychiatry — Ethio Psychiatry E
የቴሌግራም ቻናል አርማ ethiopsychiatry — Ethio Psychiatry
የሰርጥ አድራሻ: @ethiopsychiatry
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 5.90K
ተመሳሳይ ቻናሎች ያልተመደበ
የሰርጥ መግለጫ

Contact us today: ethiopsychiatry5@gmail.com
Phone: 251925801544 251942863930 Buy ads: https://telega.io/c/ethiopsychiatry

የቻናል ስታትስቲክስ
8.9% የተሳትፎ መጠን
524 እይታዎች / ልጥፍ
0 ልጥፎች / ቀን

የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

29 aug 2022
Sleep hygiene
Gorsa qulqullina hirribaa fooyyessuuf (Qulqullina hirribaa)

Hirribaaf yeroo gahaa kennuu. Namootaf guyyaa guyyaan sa’aatii 7-9 hirriba issan baarbachisa.

Sochii qaamaa tokko tokko hojjedhu.Guyyaa sochii qaamaa gochuun halkan akka gaariitti hirribaaf si gargaara.

Hirriba dura nyaata ulfaataa fi alkoolii irraa fagaachuu fi sa'aatii hirribaa dura kaafeenii fi wantoota nama kakaasan biroo hir'isuu.

Naannoo hirribaa baayyee dukkanaa'aa, mijataa, tasgabbaa'aa fi qabbanaa'aa ta'e qopheessuun daftee akka raftu si gargaara.

Meeshaalee elektirooniksii kanneen akka televijiinii, kompiitaraafi bilbila ismaartii kutaa ciisichaa keessan irraa fageessaa.

Waantota ifaa bifa cuuqulisa qaaban cufu fi fuullee ijjaa (Eyeglass) aduu ittisu uffachu dhiisu, hiiriban duura sa'aatii lamaa hanga sadii osoo hin ciisin.

Gaafa Dhuguma Dadhabde Gara Rafuutti Deemi.
Hirribaaf rakkachuun mufannaa qofaf nama geessa. Daqiiqaa 20 booda yoo hin rafne, siree irraa ka’i, kutaa biraa dhaqi, waan boqonnaa namaaf kennu kan akka dubbisuu ykn muuziqaa dhaggeeffachuu hanga hirribaaf dadhabbiitti taa'i.

Guyyaa hirriba dheeraa rafuu irraa fagaachuu

Guyya hirriba rafuun akka boqqona tti si gargaaruu dandaʼa; haa ta'u malee guyyaa yeroo dheeraa rafuunis hirriba halkanii irratti dhiibbaa hamaa qaba.


Rakkoo hirribaa adda addaa yoo jiirate ogeessota fayyaa irraa gargaarsa barbaaduun wal'aansa addaa argaachu dandeesa.

Yordanos Y.(Psychiatry Professional)

Fayyaa hin dhabinaa!!

Afaan keenyaan hawaasa keenya haabarsiifnu!

Nu daawwadhaa.
Nu hordofuuf liinkii kana gadii kana tuqaa. Hiriyoota keessaniifillee #Share gochuun fayyadamoo taasisaa.
@ethiopsychiatry
@ethiopsychiatry
531 viewsedited  17:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
23 aug 2022
Autism Jechuun Maali?

Ootizimii, dhibee otizimii ispeektarmii (ASD) jedhamuunis kan waamamu yoo ta'u, haala walxaxaa ta'ee fi rakkoo walqunnamtii fi amala of keessatti hammateedha. Mallattoolee fi ogummaawwan adda addaa of keessaa qabaachuu danda’a. ASD rakkoo xiqqaa ykn qaama miidhamummaa kunuunsa yeroo guutuu dhaabbata addaa keessatti barbaadu ta’uu danda’a.

Namoonni otizimii qaban walqunnamtii irratti rakkina qabu. Waan namoonni kaan yaadaniifi itti dhagaʼamu hubachuuf rakkatu. Kunis, jechootaan ykn sochii qaamaatiin, ibsa fuula isaaniitiin, akkasumas tuqaniin yaada isaanii ibsuun akka isaan rakkisu godha.

Yordanos Y.

Fayyaa hin dhabinaa!!

Afaan keenyaan hawaasa keenya haabarsiifnu!

Nu daawwadhaa.
Nu hordofuuf liinkii kana gadii kana tuqaa. Hiriyoota keessaniifillee #Share gochuun fayyadamoo taasisaa.
@ethiopsychiatry
@ethiopsychiatry
517 views05:01
ክፈት / አስተያየት ይስጡ

ተደጋግመው የሚነሱ ጥያቄዎች

ስለ Ethio Psychiatry በተደጋጋሚ የሚነሱ ጥያቄዎች

Ethio Psychiatry 5.90K ተመዝጋቢዎች ያሉት የቴሌግራም ቻናል ነው። በዚህ ገጽ ላይ የቻናሉ መግለጫ፣ ግምገማዎች፣ ደረጃ እና ዝርዝር ስታቲስቲክስ ይገኛሉ።
በዚህ ገጽ ላይ "ወደ ቻናል ይሂዱ" የሚለውን ቁልፍ ይጫኑ ወይም @ethiopsychiatry ን በቴሌግራም መተግበሪያ ውስጥ ይፈልጉ። እንዲሁም የቻናሉን የተጠቃሚ ስም ገልብጠው በቴሌግራም መፈለጊያ ውስጥ መለጠፍ ይችላሉ።
አዎ፣ Ethio Psychiatry ነፃ የቴሌግራም ቻናል ነው። ሁሉንም ልጥፎች ያለምንም ክፍያ መከታተል እና ማንበብ ይችላሉ።
የEthio Psychiatry ቻናል በአሁኑ ጊዜ 5.90K ተመዝጋቢዎች አሉት። የተመዝጋቢዎች ቁጥር በመደበኛነት ይዘመናል።
Ethio Psychiatry ይዘቱን በዋናነት በአማርኛ ቋንቋ ያትማል። መልእክቶቹን ለማንበብ በዚህ ገጽ ላይ ባለው ማገናኛ ቻናሉን በቴሌግራም ይክፈቱ።
አዎ፣ ተመሳሳይ የያልተመደበ ቻናሎችን ከታች "ተመሳሳይ ቻናሎች" በሚለው ክፍል ውስጥ ማግኘት ይችላሉ። ተዛማጅ የቴሌግራም ቡድኖችን፣ ቦቶችን እና ተለጣፊዎችንም እናሳያለን።
መልእክቶቹ በቴሌግራም ውስጥ ይነበባሉ፦ በዚህ ገጽ ላይ ባለው ማገናኛ Ethio Psychiatry ን ይክፈቱ። በዚህ ገጽ ላይ የቻናሉ መግለጫ፣ የተመዝጋቢዎች ብዛት፣ ግምገማዎች እና ስታቲስቲክስ ያገኛሉ።
Ethio Psychiatry avatar
Ethio Psychiatry @ethiopsychiatry
በቴሌግራም ይክፈቱ