Get Mystery Box with random crypto!

Ethio University 🎓

የቴሌግራም ቻናል አርማ ethio_university1 — Ethio University 🎓 E
የቴሌግራም ቻናል አርማ ethio_university1 — Ethio University 🎓
የሰርጥ አድራሻ: @ethio_university1
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 1.50K
የሰርጥ መግለጫ

Welcome to our channel!

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2023-02-09 13:56:33
#Reminder

የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ላመጣችሁ ተማሪዎች የተቋም ምርጫችሁን የማስተካከያ ጊዜ ዛሬ የካቲት 02/2015 ዓ.ም ያበቃል።

በ2014 የትምህርት ዘመን የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ወስዳችሁ 50 ከመቶና ከዚያ በላይ ያመጣችሁና በመንግስት ተቋማት ገብታችሁ መማር የምትፈልጉ ተማሪዎች የተቋም ምርጫችሁን በየትምህርት ቤታችሁ በተወከሉ መምህራን በኩል እንድታስተካክሉ በትምህርት ሚኒስቴር የተቀመጠው የጊዜ ገደብ ዛሬ ያበቃል።

በምደባ ወቅት አዎንታዊ ድጋፍ የምትሹ ተማሪዎች ማመልከቻችሁን እና ደጋፊ ሰነዶቻችሁን በቀጣዩ ሊንክ ብቻ መላክ አትዘንጉ
https://student.ethernet.edu.et

@ETHIO_UNIVERSITY1
518 views10:56
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-22 19:01:47 Mallattoo Fannoo guddaa kana tuquudhaan waan isiniif bahu ilaalaa!

Channel kana keessatti Barumsa Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromootiin mi argattu join taasisaa!



✞✞✞✞✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞✞✞✞✞
623 views16:01
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-21 19:11:23 Kitaabolee Afuurawaa kanneen keessaa isa kam barbaaddu?

Kitaaba Qulqulluu Abbaa 81
Kitaaba Qulqulluu Abbaa 66
Kitaaba Sirna Qiddaasee
Raajii Maariyaam
Kitaaba Hiikoo Andimtaa
Sirna Mana Kiristaanaa
Seenaa Mana Kiristaanaa
Kitaaba Aksimaaroos
Kitaabolee Kadhannaa
Dubbii Maariyaam
Seenaa Mana Kiristaanaa Itoophiyaa
Qabsuura Duuka Bu'ootaa fi k.k.f mobile kanaa gadi jiru keessaa argadhaa!



╭━━━━━━━╮
┃ ● ══ ┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃ ▥ ▢ ▽ ┃
╰━━━━━━━╯
515 views16:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-24 19:28:09 Bineensota Arfan (ዐርባዕቱ እንስሳ) ykn Kiruubeel

Mul'ata Yohaannis irratti bineensota Arfan (ዐርባቱ እንስሳ) kan jedhaman eenyu fa'i? maalif afur ta'an? maaliin fakkeeffamu? hojiin isaanii hoo?
† Manneen Kiristaanaa maqaa isaatiin moggaafaman ni jiruu? Eessatti argamu?
† Koochoon isaanii, Iji isaanii meeqa? Maalif baay'ee ta'e?


Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

Kutaa 1ffaa


https://bit.ly/3Buzm93
https://bit.ly/3Buzm93

Kutaa 2ffaa

https://bit.ly/3wX3Mz7
https://bit.ly/3wX3Mz7
984 views16:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-04 15:02:01 Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 3ffaa

Sirna Qiddaasee irratti of eeggannoowwan nuti taasisuu qabnu;

→ Sirni Qiddaasee erga jalqabame booda Ba'uu fi seenuu waliin kan wal qabate
→ Sagalee dhageessisuu irratti
→ Meeshaalee Elektirooniksii qabatanii seenuu waliin kan wal qabate
→ Ancufaan sagalee dhageessisuun kan wal qabate
→ Wanta hamaa dubbachuu waliin kan wal qabate
→ Wanta Bilchaataa nyaataa fi dhugaatii qabatanii Mana Kiristaanaa seenuu fi Qurbaana booda nyaata nyaachuun kan wal qabate
→ Xiiqii qabatanii Sirna Qiddaasee irratti hirmaachuu waliin kan wal qabate
→ Waa'ee Haguuggii buufachuu ykn baafachuu waliin kan wal qabate
→ Wal dhageeffachuu waliin kan wal qabate
→ Wuddaasee Kantuu waliin kan wal qabate
→ Kadhannaa dhuunfaa Sirna Qiddaasee irratti gaggeessuu waliin kan wal qabate fi k.k.f

Link kana tuquun dubbisaa!




https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/qiddaasee.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/qiddaasee.html
851 views12:02
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-02 20:25:06 ለንግስ የሚዘመር ልብ የሚነካ ድንቅ የቸብቸቦ መዝሙር

«ሐረገ ወይን ሐረገ ወይን!»

ከስር ያለውን ሊንክ በመንካት ያዳምጡ ፥ ቻናላችንንም Subscribe ያድርጉ!









614 views17:25
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-23 19:33:49 ለእመቤታችን ቅድስት ድንግል ማርያም የተዘመረ ድንቅ የቸብቸቦ መዝሙር

«ፀሐይ ናት! ፀሐይ ናት!»

ከስር ያለውን ሊንክ በመንካት ያዳምጡ ፥ ቻናላችንንም Subscribe ያድርጉ!









629 views16:33
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-16 20:03:55 ልብ የሚነካ የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተክርስቲያን መዝሙር

«የሥላሴን መንበር ቅዱሳን ከበውት!»

በ ሊቀ መዘምራን ይልማ ኃይሉ


ከስር ያለውን ሊንክ በመንካት ያዳምጡ ፥ ቻናላችንንም Subscribe ያድርጉ!








693 views17:03
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-14 18:48:04 ለአባታችን አቡነ ገብረ መንፈስ ቅዱስ የተዘመረ መዝሙር ኦርቶዶክስ ተዋህዶ | EOTC Mezmur

ከስር ያለውን ሊንክ በመንካት ያዳምጡ ፥ ቻናላችንንም
Subscribe ያድርጉ!








584 views15:48
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-29 19:38:19
Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel

Baga guyyaa Yaadannoo Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eeliin nagaadhaan isin gahe!

Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri'eel eenyudha? Hiikni maqaa isaa hoo?

Qulqulluun Gabri'eel maal maal irratti muudame?

Maqaan Qulqulluu Gabri'eel Kitaaba Qulqulluu keesatti yeroo meeqa barreeffamee argama? iddoo kam kamitti?

Akka Mana Kiristaanaa keenyatti ayyaanonni yaadannoo waggaa kan Qulqulluu Gabri'eel yoom yoomi?

Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


https://bit.ly/3BDnvFB
https://bit.ly/3BDnvFB
810 views16:38
ክፈት / አስተያየት ይስጡ