ቅዳሜ ሰኔ 11 ከጥዋቱ 3 ሠዓት የጅማ ዩኒቨርሲቲ የሥነ-አእምሮ ጤናና የሥነ-ልቦና ስልጠና ዎርክ ሾፕ ያካሂዳል በእለቱም የአርምሞ ኦሮምኛ ትርጉም "Dumduma" በይፋ ይመረቃል። ሁላችሁም ተጋብዛችኋል። Sanbata Waxabajjii 11 ganama saa 3 irratti Yuunivarsiitiin Jimmaa workshooppii leenjii nageenya Sammuu fi Xiinsammuu ni gaggeessa. Guyyuma kana kitaabni hiikaa "Armimoo" gara Afaan Oromootti hiikame "Dumduma" ifatti eebbifama. Hundi keessan affeeramtaniittu. (ነገ አይቀርም) @EliasGebru 2.4K views17:05