Get Mystery Box with random crypto!

KILINIKA ILKAANII GF

የቴሌግራም ቻናል አርማ drfozidrgetu — KILINIKA ILKAANII GF K
የቴሌግራም ቻናል አርማ drfozidrgetu — KILINIKA ILKAANII GF
የሰርጥ አድራሻ: @drfozidrgetu
ምድቦች: መዝናኛዎች
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 1.22K
የሰርጥ መግለጫ

Because your smile is important to us!

Ratings & Reviews

4.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2023-01-04 16:59:30 #Bireesii erga hidhattanii booda waantonni gonkumaa nyaachuu hin qabne:-
1.Lafee qorkuu
2.Akaayii
3.chiipsii gogaa
4.Maastikaa ilkaanitti qabaman
5.Chokoleetii ilkaanitti qabatan
6.Fandishaa
7.Karameellaa ilkaanitti qabatan
8.Cabbii Ciniinuu
Dabalatanis Miidiyaa Hawaasaa armaan gadiin nu argachuu in dandeessu:-
(1).Tiktok:-tiktok.com/@smilecenter2023
(2).YouTube:-https://www.youtube.com/channel/UCHOBq295dfSrEzyyfi4tkxw
(3).Telegram:-https://t.me/DrFoziDrGetu
(4).Instagram:-https://www.instagram.com/drfozidrgetu/
GALATOOMAA
75 views13:59
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-04 16:57:45
66 views13:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 16:28:14
Faayidaawwan  Bireesii:-
1.Haala itti haasofnu ni sirreessa
2.Dhukkuba irgoo fi ilkaan keenya akka hin nyaatamne ni ittisa
3.Haala itti ciniinnu ni sirreessa
4.Dhukkubbii a'amaa ni ittisa
5.Ilkaan dabee biqile ni sirreessa
6.Ilkaan keenyatti ofitti amanamummaan akka nutti dhaga'amu godha.

Dabalatanis Miidiyaa Hawaasaa armaan gadiin nu argachuu in dandeessu:-
(1).Tiktok:-tiktok.com/@smilecenter2023
(2).YouTube:-https://www.youtube.com/channel/UCHOBq295dfSrEzyyfi4tkxw
(3).Telegram:-https://t.me/DrFoziDrGetu
(4).Instagram:-https://www.instagram.com/drfozidrgetu/
GALATOOMAA
80 views13:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 16:25:05 Channel name was changed to «KILINIKA ILKAANII GF»
13:25
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-13 18:39:05 Channel photo updated
15:39
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-01 15:09:01 https://vm.tiktok.com/ZMF46753j/
325 views12:09
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-30 21:35:15 Tajaajiloota kennaman
262 views18:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-24 15:39:13 https://twitter.com/DentiqueCochin/status/1595757534849413120?t=UeTfN2ai4XEYOEsfxBtV-w&s=35
224 views12:39
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-20 22:47:18 ERGA ILKAAN NYAATAMEE FAAYIDAAN ALA TA'E
BUQQISIIFNEE BOODA MAAL GOCHUU QABNA?

Bakka ilkaan buqqa'e sanatti jirbii daqiiqaa soddomaaf(30)itti ciniinnee turuu ,
Hancufa keenya sa'aa 24f lafatti osoo hin tufne gara keessatti liqimsuu,
Sa'aa 24f jabeenya qaamaa dalaguu dhiisuu,sababni isaas bakka ilkaan irraa buqqa'ee dhiigni akka dhiigu waan godhuuf,Nyaatas ta'ee dhugaatii ho'aa fudhachuu dhiisuu,jiddu galeessa kan ta'e fudhachuu,
Taamboo xuuxuunis dhiigni akka hin dhaabbanne waan godhuuf ni harkisna yoo ta'e sa'aa #24f harkisuu dhiisuu,
Dawaa hakiimni ilkaanii isinii ajaje akka isinii #ajajameen fudhachuu,
Guyyaa #sadii booda dhukkubbiin yoo isinitti dhaga'ame,bishaan soogidda waliin danfisuun ganamaa fi galgala guyyaa shaniif lulluuqqatanii tufuu
Maloota armaan olitti heeramaniin yoo isinitti hin wayyoofne ta'e kilinika ilkaanii wal'aanamtanitti deebi'uun
hakiima keessan mariisisuu...

▼▼▼▼Galatoomaa▼▼▼▼▼
291 views19:47
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-19 17:56:49
Kunuunsa ilkaanii gaarii ta’e akka argattan mirkaneessuu barbaanna.kanaaf koottaati tajaajila keenya argadhaa!
243 views14:56
ክፈት / አስተያየት ይስጡ