Get Mystery Box with random crypto!

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa hawaasa magaalaa Amboo waliin m | Cooperative Bank of Oromia

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa hawaasa magaalaa Amboo waliin marii geggeesse.

Baankichi sagantaa kana irratti shoora olaanaa sochii diinagdee hawaasa magaalaa Amboo keessatti taphachaa jiru cimsee akka itti fufu waadaa seenee jira. Marii kanarrattis gaaffiiwwan garaagaraa ka'an irratti marii bal'aan geggeeffameera.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ከአምቦ ከተማ ማህበረሰብ ጋር ውይይት አደረገ።

በውይይቱ ላይ ባንኩ በማህበረሰቡ ኢኮኖሚያዊ እንቅስቃሴዎች ያለውን ጉልህ ሚና ይበልጥ አጠናክሮ እንደሚቀጥል ቃል ገብቷል። ከደንበኞች የተነሱ የተለያዩ ጥያቄዎች ላይም ሰፊ ውይይት ተደርጓል።
www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Bank #Ethiopia