Get Mystery Box with random crypto!

Kabajamtoota Imaltoota Hajjii Hundaaf Kaffaltii imala Hajjii k | Cooperative Bank of Oromia

Kabajamtoota Imaltoota Hajjii Hundaaf
Kaffaltii imala Hajjii karaa damee keenya isinitti dhihootti argamuun raawwachuu akka dandeessan kabajaan isin beeksifna.

Maqaa Herreegaa: Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa
Lakkoofsa Herreegaa: 1000090418703

የተከበራችሁ የሐጅ ተጓዦች
የሐጅ ጉዞ ክፍያችሁን አቅራቢያችሁ በሚገኝ ቅርንጫፋችን በኩል መፈፀም እንደምትችሉ ለመግለፅ እንወዳለን።

የሂሳብ ስም፦ የኢትዮጵያ እስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ምክር ቤት
የሂሳብ ቁጥር፦ 1000090418703
www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #CoopbankAlhuda #Bank #Ethiopia