Get Mystery Box with random crypto!

Barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa | Cooperative Bank of Oromia

Barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa qormaata seensa dhaabbilee barnoota olaanoorratti qabxii olaanaa galmeessisaniif badhaasa garaagaraa kennuu keenyaaf gammachuu guddaatu nutti dhagahama!
Barnoonni egeree biyyaati. Isin barattootni qabxii olaanaa fiduun sadarkaa itti aanutti ceetan, bor ogeessa jijjiirama guddaaf carraaqu akka taatan abdanna.
Baga Gammaddan!
www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Bank #Ethiopia