Get Mystery Box with random crypto!

Waldaalee hojii gamtaa jabeessuun karaa ittiin hawaasni misoom | Cooperative Bank of Oromia

Waldaalee hojii gamtaa jabeessuun karaa ittiin hawaasni misoomasaaf carraaqu uumnu keessaa isa tokko. Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa tajaajila faayinaansii dhiyeessuuf cinatti tajaajilawwan humna waldaalee hojii gamtaa gabbisan kanneen akka hubannoo uumuu, tajaajila gorsaa tooftaa hojii babal'ifannaa, leenjii fi kanneen biroo kennuurratti argama. Baranas leenjiiwwan guddina waldaalee hojii gamtaa keessatti ga'ee qabaachuu danda'an kennuu dabalatee hojiiwwan garaagaraa hojechuurratti argamna.

የኅብረት ሥራ ማህበራትን ማጠናከር ህብረተሰቡ ለልማቱ የሚተጋበትን መንገድ ከምንፈጥርባቸው መሳሪያዎች አንዱ ነው። የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ለኅብረት ሥራ ማህበራት ከሚሰጠው የፋይናንስ አገልግሎቶች ባሻገር ግንዛቤ የመፍጠር፣ የሥራ ማስፋፊያ ዘዴ የምክር አገልግሎት፣ ስልጠና መስጠትና ሌሎች ፋይናንስ ነክ ያልሆኑ የአቅም ግንባታ ላይ ያተኮሩ አገልግሎቶችንም በመስጠት ላይ ይገኛል። ዘንድሮም ለዕድገታቸው ከፍተኛ አስተዋጽኦ የሚያበረክቱ በርካታ ርዕሶች ላይ ያተኮሩ ስልጠናዎችን ለተለያዩ የኅብረት ሥራ ማህበራት መስጠትን ጨምሮ የተለያዩ ሥራዎችን በመስራት ላይ እንገኛለን።
www.coopbankoromia.com.et/
#Coopbank #Bank #Ethiopia