Get Mystery Box with random crypto!

Kabajamtoota maamiltoota keenya, Qajeelfama Baankiin Biyyoole | Cooperative Bank of Oromia

Kabajamtoota maamiltoota keenya,
Qajeelfama Baankiin Biyyoolessaa Itiyoophiyaa baaserratti hundaa'uun galmeen odeeffannoowwan maamiltoota baankii geggeeffamuurratti argamu Roobii Caamsaa 10, 2014 akka xumuramu isin beeksisaa, damee keenya isinitti dhiyoo jiranitti qaamaan argamuun odeeffannoowwan herreega baankii keessanii ilaallatan hunda akka guuttan kabajaan isin gaafanna.

የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ባወጣው መመሪያ መሠረት የባንክ ደንበኞች መረጃዎች የሚመዘገብበት የመጨረሻው ቀን ረቡዕ ግንቦት 10፣ 2014 ዓ.ም መሆኑን እያሳወቅን አቅራቢያችሁ በሚገኙ ቅርንጫፎቻችን በአካል በመገኘት የባንክ ሂሳባችሁን በተመለከተ አስፈላጊ መረጃዎችን እንድታሟሉ በአክብሮት እንጠይቃለን።
www.linktr.ee/Coopbankoromia
#Coopbank #Bank #Ethiopia