Bara haaraa kanattis, gatii jijjiirraa maallaqa alaa caalmaa q | Cooperative Bank of Oromia

Picture 1 from Cooperative Bank of Oromia 2024-09-12 12:35:33
Bara haaraa kanattis, gatii jijjiirraa maallaqa alaa caalmaa qabuufi carraa badhaasaa akkasumas kennaan addaa keenya itti fufee jira!
Ayyaana bara haaraatiif, maallaqni biyya alaatii, karaa SWIFT keenya CBORETAA fi dhaabbilee dabarsa maallaqaa nu waliin hojjataniin isiniif ergame, dameelee 760 ol guutuu biyyaatii qabnu irraa yoo fudhattan, gatii jijjiirraa caalmaa qabuun harka isin fuunee, kennaa addaatiin isin gammachiisna.
Carraan badhaasa konkolaataa elektiriikaa BYD Seguul EV fi doqdoqqeewwan ammayyaa lama akkasumas badhaasawwan hawatoo kanneen biroo hedduunis isin eegaa jiru!

በአዲሱ ዓመትም ብልጫ ያለው የውጭ ገንዘብ ምንዛሪ፣ የሽልማት ዕጣና ልዩ ስጦታችን ቀጥሏል!
ለዘመን መለወጫ በዓል ከውጭ ሀገር በስዊፍት ኮዳችን CBORETAA እና ከኛ ጋር በሚሠሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል የተላከልዎትን ገንዘብ፣ በመላው ሀገሪቱ ካሉን ከ760 በላይ ቅርንጫፎች ሲቀበሉ፣ ብልጫ ባለው ምንዛሪ እጅነስተን በልዩ ስጦታ እናስደስትዎታለን።
የBYD ሴጉል የኤሌክትሪክ መኪና እና የሁለት የኤሌክትሪክ ሞተር ሳይክሎች እንዲሁም የሌሎች አጓጊ ሽልማቶች ዕጣዎችም መምጣትዎን በመጠባበቅ ላይ ናቸው!
#Coopbank #HolidaySpecial #BigPrizes #BYDSeagull #RemittanceRewards
Cooperative Bank of Oromia

Cooperative Bank of Oromia

@coopbankoromia
80.68K ተመዝጋቢዎች
ኢኮኖሚክስ ምድብ
Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives. Rooted in our community, we del...