Get Mystery Box with random crypto!

Koop App fi Koop App Alhuda Omnii Chaanaal Ce'umsa gara tekno | Cooperative Bank of Oromia

Koop App fi Koop App Alhuda Omnii Chaanaal
Ce'umsa gara teknoloojii dijitaalawaa olaanaa baankiin keenya itti jiruuf tarkaanfii guddaa kan ta'e Koop App fi Koop App Alhuda Omnii Chaanaal, guyyaa hundeeffama baankii keenyaa waggaa 19ffaa irratti sirna ho'aan eebbifamee tajaajila kennuu eegaleera.

ኮፕ አፕ እና ኮፕ አፕ አልሁዳ የኦምኒ ቻናል ፕላትፎርም
ባንካችን የተያያዘው የዲጂታል ቴክኖሎጂ ሽግግር ታላቅ እርምጃ የሆነው ኮፕ አፕ እና ኮፕ አፕ አልሁዳ የኦምኒ ቻናል ፕላትፎርም በባንኩ 19ኛ አመት የምስረታ በዓል ላይ ተመርቋል።

#Coopbank #CoopApp
#CoopAppAlhuda #DigitalEvolution #BankingInnovation @XpertDigital @Temenos