Get Mystery Box with random crypto!

Dorgommii yaadaa kalaqa tekinoloojii sa'a 24 keessatti maddisi | Cooperative Bank of Oromia

Dorgommii yaadaa kalaqa tekinoloojii sa'a 24 keessatti maddisiisuu 'Hackathon' wiirtuu qorannoo (Dx Valley) keenyatti dorgomtoota 70 gidduutti geggeeffamaa jira.  Odeeffannoo dabalataa bor qabannee dhiyaanna.

በ24 ሰዓት ውስጥ የሚመነጭ የፋይናንሺያል ቴክኖሎጂ ፈጠራ ውድድር ‘ሃካቶን’ በምርምር ማዕከላችን (ዲኤክስ ቫሊ) በ70 ተወዳዳሪዎች መካከል እየተካሄደ ነው። ተጨማሪ መረጃ ነገ ይኖረናል።

#CoopbankDxValley #TechInnovationContest #Hackathon