Get Mystery Box with random crypto!

Guyyaa Daa'imman Adduunyaa Qusannoo xiqqaa har'a taasiftan mu | Cooperative Bank of Oromia

Guyyaa Daa'imman Adduunyaa
Qusannoo xiqqaa har'a taasiftan mul'ata keessan isa guddaa borii dhugoomsa. Mul'ata egeree daa'imman keessaniif qabdan dhugoomsuuf herrega qusannaa Gaammee har'uma banaafi. Mul'ata isaanii waliin haa dhugoomsinu!

የዓለም አቀፍ የህጻናት ቀን
የዛሬው ትንሹ ቁጠባዎ ትልቁን የነገን ራዕይዎን እውን ያደርጋል፡፡
ለልጆችዎ ያለሙትን ራዕይ እውን ለማድረግ ዛሬውኑ የጋሜ ቁጠባ ሒሳብ ይክፈቱላቸው፡፡
ተባብረን ህለማቸውን እውን እናድርግ!

#WorldChildrensDay #SavingsForDreams
#Gammesavings