Get Mystery Box with random crypto!

Tibbana karaa miidiyaa hawaasaatiin Baankiin Hojii Gamtaa Orom | Cooperative Bank of Oromia

Tibbana karaa miidiyaa hawaasaatiin Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa qacarrii hojii yeroo ‘part time’ geggeessaa akka jiru fakkeessuun odeeffannoo sobaan burjaajii uumaa akka jiran bira geenyeerra. Ergaawwan karaa fuula seera qabeessa ta’e kan baajii ykn mallattoo cuquliisaa qabuun ala odeeffannoo tamsa’u kamiyyuu baankii keenyarraa akka hin taane hubachuun burjaajjessitoota akkasiirraa akka of eegdan isin beeksifna.

ሰሞኑን በማህበራዊ ሚዲያ ባንካችን የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የትርፍ ጊዜ ስራ ‘part time’ ቅጥር ላይ እንዳለ በማስመሰል ሀሰተኛ መረጃ በማሰራጨት ለማደናገር እየሞከሩ እንደሆነ ለማወቅ ችለናል። በህጋዊ እውቅና እና ሰማያዊ ቀለም መለያ ካላቸው የማህበራዊ ሚዲያ ገፆቻችን ካልሆነ በቀር ማንኛውም መረጃ ከባንካችን እንዳልሆነ በመረዳት ከእነዚህ አጭበርባሪዎች እንዲጠነቀቁ እናሳውቃለን።

#Coopbank #ScamAware