Get Mystery Box with random crypto!

#Injifannoo Urjii lola! Date 5/1/2023 Godina wallaggaa Bahaa A | Galoo Gumaakoo

#Injifannoo Urjii lola!
Date 5/1/2023
Godina wallaggaa Bahaa Aanaa Limmuu Iddoo addaa Laaftoo hanga Waarsuutti waraana tureen waraana weerartu irraa 43 yoo ajjeessu,konkolaata 3f jedhamu 3 irraa dhuunfacheetera,weerartu 22 immoo fayyaatti qabuun Haroo Limmuu seensiseera!

Waraanichi sa'a amma kanas Magaala Galiilaatti geeggeffama jira!

Haroo Giddaa Tulluu waata irraa!

Injifnannoon Uummata Oromoof!