Get Mystery Box with random crypto!

Galoo Gumaakoo

የቴሌግራም ቻናል አርማ caffeebulluq — Galoo Gumaakoo G
የቴሌግራም ቻናል አርማ caffeebulluq — Galoo Gumaakoo
የሰርጥ አድራሻ: @caffeebulluq
ምድቦች: ብሎጎች
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 2.49K
የሰርጥ መግለጫ

Adeemsa qabsoon Oromoo irra jirtu, kan Qeerroof Jajjabee, Kan keessaaf alaa.
Kitaabilee(Seenaalee) Walaloo hiika qabaniif koottaa nooraa.
Yaadaf @AbisheBot
fb: https://www.facebook.com/people/Galoo-Gumaakoo/100075728984245/

Ratings & Reviews

2.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2023-01-05 21:42:30 #Injifannoo Urjii lola!
Date 5/1/2023
Godina wallaggaa Bahaa Aanaa Limmuu Iddoo addaa Laaftoo hanga Waarsuutti waraana tureen waraana weerartu irraa 43 yoo ajjeessu,konkolaata 3f jedhamu 3 irraa dhuunfacheetera,weerartu 22 immoo fayyaatti qabuun Haroo Limmuu seensiseera!

Waraanichi sa'a amma kanas Magaala Galiilaatti geeggeffama jira!

Haroo Giddaa Tulluu waata irraa!

Injifnannoon Uummata Oromoof!
659 views18:42
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 23:05:11
Wallagga Bahaa Lola guyyaa Har'aa
Birgeedii Urjii Lolaan
@caffeebulluq
2.5K views20:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 23:04:32
Urjii Lolaa
939 views20:04
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 21:27:15
Injifannoo Boosat suuraan!
915 views18:27
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 19:58:26 #Injifannoo WBO giddu gala bahaa Ona Boosat
Gootichi waraana Bilisummaa Oromoo WBOn ona Boosat waraana kallattii lamaan itti baname injifannoon irra aane.

Har'a barii lafaa kan jalqabe lolli WBO fi Waraana PP gidduutti ta'e guyyaa guutuu irra oolee galgala lixa aduu injifannoon goolabame.

WBOn waraana PP hedduu ol ergèe, taan harkaan qabee, meeshaa waraanaa heddu mooraa qabsoo Bilisummaatif galii godheera.
Gabaasa guutuu baay'ina meeshaa fi madoo dinaa, akkasumas booji'amtoota lakkoofnee boru walitti deebina.
908 views16:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 19:31:34
875 views16:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 19:18:10 #Naqamtee!
#Jaatoo sirrefaman 5 police 5 irraa qawwee fuudhe sirefama 100 miliqse!
Abbaa Dhugaatu Keessa Jira.
855 views16:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 11:26:39
"Goojjameedhaa?"

Keessatti keessa qabdi, hidda malee xannachi hindhiigu!
2.1K views08:26
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 10:52:32 JAATOO_NAQAMTEE
Dhukkaasa jabaatu jira jedhamaa jira.
Qeerroon Bilisummaa Oromoo waan adeemaa jiru adda baasi.
Warri eeruu qabdan @abishebot irraan yaada keessan nuun gahaa!
905 views07:52
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-03 10:39:10 Cibraan Boosat Ganamaan Erga-mtuu sirni-chaa Waxa-laa jira
Kaayyomsi Waaq!
885 views07:39
ክፈት / አስተያየት ይስጡ