Get Mystery Box with random crypto!

#Injifannoo WBO giddu gala bahaa Ona Boosat Gootichi waraana | Galoo Gumaakoo

#Injifannoo WBO giddu gala bahaa Ona Boosat
Gootichi waraana Bilisummaa Oromoo WBOn ona Boosat waraana kallattii lamaan itti baname injifannoon irra aane.

Har'a barii lafaa kan jalqabe lolli WBO fi Waraana PP gidduutti ta'e guyyaa guutuu irra oolee galgala lixa aduu injifannoon goolabame.

WBOn waraana PP hedduu ol ergèe, taan harkaan qabee, meeshaa waraanaa heddu mooraa qabsoo Bilisummaatif galii godheera.
Gabaasa guutuu baay'ina meeshaa fi madoo dinaa, akkasumas booji'amtoota lakkoofnee boru walitti deebina.