በሳይንስ ሙዚየም እየታየ ያለው የስታርት አፕ ኢትዮጵያ አውደርዕይ በዘርፉ ያሉ ተሳታፊዎችን ተምኔት፣ የፈጠራ ምናብ ስፋት ብሎም ችሎታ ማሳያዎች ቀርበውበታል። ሁላችሁም አውደ ርዕዩን በመመልከት ከተሳታፊዎቹ ጋር እንድትወያዩ እጋብዛለሁ። Agarsiifni Startup Ethiopia Godambaa Saayinsiitti ilaalamaa jiru hawwiin, balina yaada waa uumuufi dandeettiin hirmaattotaa irratti dhiyaateera. Hundi keessan agaarsiisa kana ilaaluudhaan hirmaattota waliin akka mariiattan isin affeera. The Startup Ethiopia exhibition at the Science Museum showcases the aspirations, ingenuity, and innovation of participants in the ecosystem. I highly recommend everyone to visit the exhibition and interact with the exhibitors. 20.8K views14:54