Get Mystery Box with random crypto!

ዛሬ በዓይነቱ የመጀመሪያ የሆነውን የጠቅላይ ሚኒስትር አማካሪ ቡድን ሰብስቤ አነጋግሬያለሁ። በተለያ | Abiy Ahmed Ali 🇪🇹

ዛሬ በዓይነቱ የመጀመሪያ የሆነውን የጠቅላይ ሚኒስትር አማካሪ ቡድን ሰብስቤ አነጋግሬያለሁ። በተለያዩ ጉዳዮች ላይ ጠንከር ያሉ ግብአቶችን የማምጣት እና ለትግበራ ሊሆኑ የሚችሉ ሐሳቦችን የማመንጨት ሥራ እንዲሠሩ አቅጣጫ አስቀምጫለሁ።

Har'a garee gorsitoota Ministira Muummee kan akaakuusaatiin isa jalqabaa ta'e walittiqabee dubbiseera. Dhimmoota garaagaraa irratti hojii galteewwan ciccimoo fiduufi yaadota hojiirra oolchuuf ta'an maddisiisuu akka hojjetan kallattii kaa'eera.

Today, I convened a first of its kind Prime Ministerial advisory group that is tasked with bringing forth solid inputs for consideration and implementation on various issues.