Get Mystery Box with random crypto!

ድንበር ተሻጋሪ የኮንትሮባንድ ንግድ ሀገራችን ከህጋዊ ንግድ የምታገኘውን ኢኮኖሚያዊ ጥቅም የሚያሳ | Abiy Ahmed Ali 🇪🇹

ድንበር ተሻጋሪ የኮንትሮባንድ ንግድ ሀገራችን ከህጋዊ ንግድ የምታገኘውን ኢኮኖሚያዊ ጥቅም የሚያሳጣ ትልቅ ፈተና ሆኖ ቆይቷል። ከቅርብ ጊዜ ወዲህ የተገኙ ስኬቶችን በማጎልበት ከብቶቻችንን፣ ቡናችንንን፣ ወርቃችንን አና የሰብል ምርቶቻችንን በኮንትሮባንድ ድንበር ተሻግረው እንዳይወጡ መከላከላችንን መቀጠል አለብን።

Daldalli kontrobaandii daangaa cehu qorumsa cimaa faayidaa biyyi keenya daldala seera qabeessarraa argattu dhabsiisu ta'ee tureera. Yeroo dhihoo as milkaa'ina argaman cimsuudhaan saawwan keenya, buna keenya, warqee keenyaafi homishoota min'aanii keenya kontrobaandìdhaan akka daangaa cehanii hin baane dhorkuu keenya itti fufuu qabna.

Cross-border contraband remains a great challenge as our nation loses economic benefits to be gained from legal trade. We need to continue protecting our cattle, coffee, gold and crops that are being smuggled across borders by building on recent successes.