Get Mystery Box with random crypto!

#OduuAmmee Qormaanni xumuraa barattoota sagantaa sirreeffamaa | QUBEE ACADEMY

#OduuAmmee

Qormaanni xumuraa barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 waxabajjii 3-10, 2016 akka kennamu himamee turuun isaa ni yaadatama.

Haa ta'u malee waxabajjii 9/2016 Ayyaana Iid al-Adhaa waan ta'eef qormaanni guyyaa sana kennamu gara waxabajjii 11/2016 akka darbe Ministeerri Barnootaa beeksise.

https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s