Get Mystery Box with random crypto!

Faana beekumsaa

የቴሌግራም ቻናል አርማ faana_beekumsaa — Faana beekumsaa F
የቴሌግራም ቻናል አርማ faana_beekumsaa — Faana beekumsaa
የሰርጥ አድራሻ: @faana_beekumsaa
ምድቦች: ጥቅሶች
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 20.51K
የሰርጥ መግለጫ

Faana beekumsaa irratti
Barnoota haala bashannansiisaan
Qoosaa nama kofalchiisan
Jechoota mimmiidhagoo
Text profile f ta'an bifa suuraatin
Seenaa nama bohaarsan
Ergaa qalbii nama jiisan yaada yoo qabaattan karaa
@Faana_beekumsaabot tiin nu qunnamaa

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2024-05-10 22:57:28

Hojii baayyee bareedaa ta'e kan dhugaa isaa adda baafne kan guyyaatti qarshii 50 hanga 500 irratti hojjechuu dandeessan akkasumas kan qarshii 100 yeroo geessan baafachuu dandeessan kan yeroo nama tokko galmeessitan qarshii 100 argachuu dandeessan isinii fidnee jirra hojjechuuf qophiidhaa???

kanaan nu agarsiisaa
6.5K views19:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-10 09:13:14
Woow notcoin irratti namni qarshii hojjechaa turtan ykn taptap namni godhaa turtan akka lakkoofsa awurooppaatti May 16 ykn guyyaa 6 booda kaffaltii keessan fudhachuu dandeessu

Finally NotCoin Listing Date May 16

@Faana_beekumsaa
7.7K views06:13
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-07 22:24:56 Ajaa'iba

Bilbila namaa yeroo fuute ykn akka tasaa isaa koodiin ykn paaterniin isaa banaa yoo argite lafaa fuutee mana message,imo, telegram, messenger.... daftee seentee iccitii namaa baruuf hin ariifattu yoo ta'e ati bilchaattee jirta, nama guddaa taatee jirta.

Ati daa'ima mitii iccitii namaa baruuf hin ariifatin.

:¨·.·¨:
 `·.


   telegram
                 @Faana_beekumsaa
Join and share 
5.2K viewsedited  19:24
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-06 20:35:48
DV 2025

Namni Diiviin isiniif ba'e haala kanaan isiniif fida namni akkasitti isiniif ba'e baga gammaddan


@Faana_beekumsaa
5.7K viewsedited  17:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-06 15:45:12 DV 2024

Namoonni duraan dv guuttanii turtan kan isiniif ba'e carraan DV Isiniif dhufe yoo jiraate guruuppii armaan gadii join gochuun informeshinii jiru woliif kennaa wol gargaaraa
Join
@dv_2025_Oro

Hubachiisa
Namoota dv guuttanii jennaan carraan isiniif dhufe qofatu group kana join gochuu qaba
Join
@dv_2025_Oro


Namni dv isiniif ba'uu fi dhiisuu hin ilaalle linkii kana tuquudhaan wanta inni isin gaafate guutuudhaan ilaaluu dandeessu

http://dvprogram.state.gov/ESC/
10.3K viewsedited  12:45
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-05 16:52:55
Dhiira yoo taate dubara gaafa ati sadarkaa takka irra hin gahin siifiin jira siin jatte hin dagatin.

Dubartiin hiyyummaafii laafina keetii wajjiin si qeebalte warqiidha.


:¨·.·¨:
 `·.   @Faana_beekumsaa


   telegram
                 @Faana_beekumsaa
Join and share 
10.9K viewsedited  13:52
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-03 21:59:10 Akka Abbootii ta'i

Kan hiqqifatee hin boonye, Kan rakkina meeqa Osoo qabuu kolfu,

Kan baafatee hin boonye Odoo keessi isaa booyuu. Kan baayyisee hin waywaanne, Kan nama kabaju,

Abbaan kee takkaa si duratti cabaafii booyaan hin jilbiiffanne, dhiira akka abbootii tahi bakka deemtuuf teessutti booyaafii waywaataan kufaa if hin godhinii.

Keessattuu keessattuu dubara duratti hin boohin, rakkina lakkaahaa hin oolin. Cimaa itti fakkaadhu boo


:¨·.·¨:
 `·.

   telegram
                 @Faana_beekumsaa
Join and share 
6.7K viewsedited  18:59
ክፈት / አስተያየት ይስጡ